Miseensota Koree Gorsaa adda baasuuf waamicha Kan Gamataa irraa Boordii Filannootiif dhiyaate
Gamtaan Dhaabbilee Waldaalee Siivilii Itiyoophiyaa Gamtaan Filannoof(Gamtaan filannoof) jaarmiyaalee miseensota 190 ol of keessaa kan qabu yoo ta’u dhaabbata bu’aaf hin hojjennee fi dhaabbata hawaasa siivikii miti mootummaati. Gamataan kun Abbaa Taayitaa Dhaabbilee Hawaasa Siivilii (ACSO) Rippabiliika Dimookiraatawaa Federaalawaa Itiyoophiyaan bara 2011tti akkaataa Labsii Dhaabbilee Hawaasa Siivilii Lakk.1113/2019 jalatti lakkoofsa galmee 4748 tiin heyyama argateera.Dhaabbatichi … Continue reading Miseensota Koree Gorsaa adda baasuuf waamicha Kan Gamataa irraa Boordii Filannootiif dhiyaate
Copy and paste this URL into your WordPress site to embed
Copy and paste this code into your site to embed